10 : 30
هُنَالِكَ تَبۡلُواْ كُلُّ نَفۡسٖ مَّآ أَسۡلَفَتۡۚ وَرُدُّوٓاْ إِلَى ٱللَّهِ مَوۡلَىٰهُمُ ٱلۡحَقِّۖ وَضَلَّ عَنۡهُم مَّا كَانُواْ يَفۡتَرُونَ
Achitti lubbuun hundi waan dabarsite ni beekkatti, Gara Rabbii Gooftaa isaanii kan dhugaa deebifamu. Sobni isaan uummachaa turan isaan irraa bada.