10 : 100
وَمَا كَانَ لِنَفۡسٍ أَن تُؤۡمِنَ إِلَّا بِإِذۡنِ ٱللَّهِۚ وَيَجۡعَلُ ٱلرِّجۡسَ عَلَى ٱلَّذِينَ لَا يَعۡقِلُونَ
Lubbuu kamiifuu hayyama Rabbiitiin ala amanuun hin taane. Isaan sammuu hin qabne irrattii najisa (adabbii) taasisa.