6 : 133
وَرَبُّكَ ٱلۡغَنِيُّ ذُو ٱلرَّحۡمَةِۚ إِن يَشَأۡ يُذۡهِبۡكُمۡ وَيَسۡتَخۡلِفۡ مِنۢ بَعۡدِكُم مَّا يَشَآءُ كَمَآ أَنشَأَكُم مِّن ذُرِّيَّةِ قَوۡمٍ ءَاخَرِينَ
Gooftaan kee dureessa, abbaa rahmataati, yoo fedhe, isin adeemsiseeti (dhabamsiiseti) isin booda waan fedhe bakka buusa. Akkuma isin sanyii ummata biraa irraa argamsiise,