36 : 61 وَأَنِ ٱعۡبُدُونِيۚ هَٰذَا صِرَٰطٞ مُّسۡتَقِيمٞ “Ana gabbaraa; kanatu karaa qajeelaadha” (isiniin hin jennee)?