Skip to content
سَبإ /

Ayah 6

34 : 6

Ayah 6 of سَبإ (34 : 6). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

سَبإ Ayahs 54
Surah · سَبإ
oromoo · Ababor
34 : 6

وَيَرَى ٱلَّذِينَ أُوتُواْ ٱلۡعِلۡمَ ٱلَّذِيٓ أُنزِلَ إِلَيۡكَ مِن رَّبِّكَ هُوَ ٱلۡحَقَّ وَيَهۡدِيٓ إِلَىٰ صِرَٰطِ ٱلۡعَزِيزِ ٱلۡحَمِيدِ

Isaan beekumsi kennameef, inni Rabbii kee irraa gara keetti buufame inni dhugaa ta’uu nibeeku. gara karaa (Rabbii) injifataa, faarfamaa ta’eetti qajeelcha.