33 : 69
يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ لَا تَكُونُواْ كَٱلَّذِينَ ءَاذَوۡاْ مُوسَىٰ فَبَرَّأَهُ ٱللَّهُ مِمَّا قَالُواْۚ وَكَانَ عِندَ ٱللَّهِ وَجِيهٗا
Yaa warra amantan! Akka warra Muusaa rakkifnaani hintahinaa. Rabbiin waan isaan jedhan irraa isa (Muusaa) qulqulleesse. Innis Rabbiin biratti kabajamaa ta’eera.