Skip to content
الأحزَاب /

Ayah 20

33 : 20

Ayah 20 of الأحزَاب (33 : 20). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

الأحزَاب Ayahs 73
33 : 20

يَحۡسَبُونَ ٱلۡأَحۡزَابَ لَمۡ يَذۡهَبُواْۖ وَإِن يَأۡتِ ٱلۡأَحۡزَابُ يَوَدُّواْ لَوۡ أَنَّهُم بَادُونَ فِي ٱلۡأَعۡرَابِ يَسۡـَٔلُونَ عَنۡ أَنۢبَآئِكُمۡۖ وَلَوۡ كَانُواْ فِيكُم مَّا قَٰتَلُوٓاْ إِلَّا قَلِيلٗا

(Munaafiqoonni) Tuutni kaafiraa hin deemne jedhanii yaadu. Yoo gamtaan diinaa dhufe immoo, (baadiyyaatti) bahanii tikfattoota keessatti (ta’anii) oduulee keessan irraa gaggaafachuu jaallatu. Odoo isin keessa ta’aniillee xiqqoo malee hin lolan ture.