26 : 46 فَأُلۡقِيَ ٱلسَّحَرَةُ سَٰجِدِينَ Falfaltoonnis [yeroma kana argan] sujuuda bu’aa ta’anii gadi kufan.