Skip to content
Almu’uminuun /

Ayah 7

23 : 7

Ayah 7 of Almu’uminuun (23 : 7). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

Almu’uminuun Ayahs 118
Surah · Almu’uminuun
oromoo · Ababor
23 : 7

فَمَنِ ٱبۡتَغَىٰ وَرَآءَ ذَٰلِكَ فَأُوْلَٰٓئِكَ هُمُ ٱلۡعَادُونَ

Namni sanaan ala (waan biraa) barbaade, isaan sun daangaa dabroodha.

Explanation & meanings · 1
  1. kuni karaa jaartii ufiitiifii gabrittii ufii malee karaa biroo kamiiyyu fedhee bahuuf itti fayyadamuun haraam dhoowwaa tahuu ibsa. kanneen akka harkaan fedhii ufirraa baasuu fii beyladaan wajji qunnamtii godhuu fii wanni kana fakkaatu hundinuu haraam kana jala seena. dhoowwaadha badii guddoodha.