2 : 123
وَٱتَّقُواْ يَوۡمٗا لَّا تَجۡزِي نَفۡسٌ عَن نَّفۡسٖ شَيۡـٔٗا وَلَا يُقۡبَلُ مِنۡهَا عَدۡلٞ وَلَا تَنفَعُهَا شَفَٰعَةٞ وَلَا هُمۡ يُنصَرُونَ
Guyyaa lubbuun tokko lubbuu biraa hin fayyanne sodaadhaa. kan gumaanis ishee irraa hin fuudhamne, kan araarri homaatuu ishee hin fayyannee, kan isaanis tumsa hin arganne .