Skip to content
يُوسُف /

Ayah 19

12 : 19

Ayah 19 of يُوسُف (12 : 19). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

يُوسُف Ayahs 111
Surah · يُوسُف
oromoo · Ababor
12 : 19

وَجَآءَتۡ سَيَّارَةٞ فَأَرۡسَلُواْ وَارِدَهُمۡ فَأَدۡلَىٰ دَلۡوَهُۥۖ قَالَ يَٰبُشۡرَىٰ هَٰذَا غُلَٰمٞۚ وَأَسَرُّوهُ بِضَٰعَةٗۚ وَٱللَّهُ عَلِيمُۢ بِمَا يَعۡمَلُونَ

Kara deemtonni (daldaaltoonni) dhuftee, bishaan waraabuduu isaanii erganii baaldii isaa (eela keessa) gadi buuse, “Yaa gammachuu! Kuni mucaa (bareedaadha)” jedhe, Meeshaa godhanii isa dhoksan, Rabbiin waan isaan hojjatan beekaadha.

Explanation & meanings · 1
  1. yuusuf obboleeyyan isaa eelatti darban, isumaa achi keessa jiru, daldaltoonni bishaan waraabbatuuf baaldii haadaan harkifamu eelatti gadi darban, yuusuf baaldii san qabtee namtichi bishaan sehee harkisee olbaase, akkasitti irraa gammadee fudhatanii deemaniin.