Skip to content
يُونس /

Ayah 55

10 : 55

Ayah 55 of يُونس (10 : 55). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

يُونس Ayahs 109
Surah · يُونس
oromoo · Ababor
10 : 55

أَلَآ إِنَّ لِلَّهِ مَا فِي ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلۡأَرۡضِۗ أَلَآ إِنَّ وَعۡدَ ٱللَّهِ حَقّٞ وَلَٰكِنَّ أَكۡثَرَهُمۡ لَا يَعۡلَمُونَ

Dhagayaa! Dhugumatti, wanti samiileefi dachii keessa jiru kan Rabbiiti. Dhagayaa! Dhugumatti, waadaan Rabbii dhugaadha. Garuu irra baay’een isaanii hin beekan.