Skip to content
يُونس /

Ayah 28

10 : 28
يُونس Ayahs 109
Surah · يُونس
oromoo · Ababor
10 : 28

وَيَوۡمَ نَحۡشُرُهُمۡ جَمِيعٗا ثُمَّ نَقُولُ لِلَّذِينَ أَشۡرَكُواْ مَكَانَكُمۡ أَنتُمۡ وَشُرَكَآؤُكُمۡۚ فَزَيَّلۡنَا بَيۡنَهُمۡۖ وَقَالَ شُرَكَآؤُهُم مَّا كُنتُمۡ إِيَّانَا تَعۡبُدُونَ

Guyyaa isaan hunda walitti qabnus, (dubbadhu). Ergasii isaan Nutti qindeessaniin ni jenna: “Isiniifi warri isin Nu waliin gabbaraa turtanis iddoo jirtan dhaabadhaa!” Sana booda gidduu isaanii addaan baafne. Warri isaan Nu waliin gabbaraa turaniis: “Isin nu gabbaraa hin turre” jedhu.