"Haala Rabbitti amanee fi mindaa isa irratti herregateen namni halkan laylatulqadrii dhaabbate, badii isaa irraa kan darbe isaaf dhiifama".
Abuu hurayraa irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahamataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhan:
"Haala Rabbitti amanee fi mindaa isa irratti herregateen namni halkan laylatulqadrii dhaabbate, badii isaa irraa kan darbe isaaf dhiifama".
«مَنْ يَقُمْ لَيْلَةَ الْقَدْرِ إِيمَانًا وَاحْتِسَابًا غُفِرَ لَهُ مَا تَقَدَّمَ مِنْ ذَنْبِهِ»
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isa irratti haa buusu- laylatulqadrii Ramadaana irraa kudhanan boodaa keessatti taatu sadarkaa isii salaataan dhaabbachuun qabu hin himan, akkasumas dhugumatti isii fi isii keessatti waan dhufetti haala amanaa ta'een, hojii isaatiin mindaa Rabbii ol ta'ee haala kajeelaa ta'een, na argaa fi na dhaga'aan maletti, salaatuun, kadhannaan, Qur'aana qara'uu fi zikriin namni isii keessatti tattaafate badii isaa irraa kan darbe isaaf dhiifamaadha himan.
إيمانًا: تصديقًا بالله وبوعده.
احتسابًا: طلبًا للثواب والأجر من الله عز وجل.
Sadarkaa laylatul qadriin qabduu fi isii salaataan dhaabbachuutti kakaasuudha.
Hojiiwwan gaggariin niyyaa gaariin woliin malee hin qeebalamtu.
Tola Rabbii fi rahmata Isaati, dhugumatti namni halkan laylatul qadrii haala Rabbitti amanee fi isa irratti herregateen dhaabbate, badii isaa irraa kan darbe isaaf dhiifama.
Sahiiha Bukhaarii (1/ 16) (35).
Sahiiha Muslim (1/ 523) (760).
(2/ 846).
Dabalata (10)
كنوز رياض الصالحين.
لمجموعة من الباحثين (14/ 435).
بهجة الناظرين.
لسليم الهلالي (2/ 337).
نزهة المتقين.
شرح النووي على مسلم (6/ 40).
شرح رياض الصالحين.
لابن عثيمين (5/ 220).
شرح صحيح البخاري.
لابن بطال (4/ 21).
Cited in books
4 BooksDabalata (4)
- المنتقى من المتجر الرابح في ثواب العمل الصالح - المعتمدالمنتقى من المتجر الرابح في ثواب العمل الصالح“من قام ليلة القدر إيمانا واحتسابا غفر له ما تقدم من ذنبه”.
- مجموعة زاد الفقه (3)الفقه 3«مَنْ قَامَ لَيْلَةَ القَدْرِ إِيمَانًا وَاحْتِسَابًا غُفِرَ لَهُ مَا تَقَدَّمَ مِنْ ذَنْبِهِ».
- نبراس طالب (3)نبراس طالب 3«مَنْ يَقُمْ لَيْلَةَ القَدْرِ إِيمَانًا وَاحْتِسَابًا غُفِرَ لَهُ مَا تَقَدَّمَ مِنْ ذَنْبِهِ»
- نصوص مختارة للرمضانمَنْ يَقُمْ لَيْلَةَ الْقَدْرِ إِيمَانًا وَاحْتِسَابًا غُفِرَ لَهُ مَا تَقَدَّمَ مِنْ ذَنْبِهِ