Skip to content

"Rifeensa affarroo (hidhii gubbaa) gabaabsaa, Areeda dhiisaa".

Ibnu Umar irraa odeeffamee -Rabbiin isaan irraa haa jaallatu- Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkas jedhan:

"Rifeensa affarroo (hidhii gubbaa) gabaabsaa, Areeda dhiisaa".

«أحْفُوا الشَّوَارِبَ وأَعْفُوا اللِّحَى».

Bukhaarii fi muslim irratti waliigalan
Sahiiha
Ibsa

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- rifeensa affarroo irraa fuudhuu, akka guddatu dhiisuu dhabuu fi tolchee akka gabaabsamu ajajan. Faallaa saniitti ammoo areeda guddisuu fi guutuu taatee akkuma isiin jirtu sanitti isii dhiisuutti ajajaniiru.

Hiika jechchootaa

...:

bu'aa Ḥadiiśichaa irraa

Areeda haaduun haraama tahuudha.

Wabiiwwan ykn bu'urawwan

Sahiiha Bukhaarii (7/ 160) (5892).

Sahiiha Muslim (1/ 222) (259).

Dabalata (13)

رياض الصالحين (ص338) (1205).

بهجة الناظرين شرح رياض الصالحين.

لسليم الهلالي (2/ 345).

نزهة المتقين شرح رياض الصالحين.

لمصطفى الخِن (2/ 853).

شرح رياض الصالحين.

لابن عثيمين (5/ 228).

كنوز رياض الصالحين.

لمجموعة من الباحثين (14/ 507).

تطريز رياض الصالحين.

لفيصل آل مبارك (ص676).

منار القاري شرح مختصر صحيح البخاري.

لحمزة محمد قاسم (5/ 236).