«Namni nyaata nyaatee ka'ee: Al-hamdulillaahillazii ax'amanii haaza wo razaqaniihi min gayri hwlin minnii wolaa quwwah, jedhe badiin isaa inni dabarse isaaf dhiifameera» jechuunis: faruun kan Rabbii malaa fi humna kootiin maletti kana na nyaachisee na razzaqeeti, jechuudha.
Sahal ibnu Mu'aaz ibnu anas akka abbaa isaa irraa odeessetti ni jedhe: ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani:
«Namni nyaata nyaatee ka'ee: Al-hamdulillaahillazii ax'amanii haaza wo razaqaniihi min gayri hwlin minnii wolaa quwwah, jedhe badiin isaa inni dabarse isaaf dhiifameera» jechuunis: faruun kan Rabbii malaa fi humna kootiin maletti kana na nyaachisee na razzaqeeti, jechuudha.
«مَنْ أَكَلَ طَعَامًا فَقَالَ: الحَمْدُ لِلَّهِ الَّذِي أَطْعَمَنِي هَذَا وَرَزَقَنِيهِ مِنْ غَيْرِ حَوْلٍ مِنِّي وَلاَ قُوَّةٍ، غُفِرَ لَهُ مَا تَقَدَّمَ مِنْ ذَنْبِهِ».
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- namni nyaata nyaate akka Rabbiin faarfatutti kakaasani, nyaata fidachuufis ta'ee isa nyaachuufis gargaarsa Rabbii ol ta'eetiin yoo ta'e malee anaaf humni hin jiru jedhee. Eegasii nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- nama sana jedhe dhiifama Rabbiin badii isaa xixiqqoo darbeef isaaf godhuun gammachiisani.
Booda nyaataatii Rabbiin faarsuun jaallatamaa ta'uu isaa.
Tolli Rabbiin gabroottan isaatti oole guddaa ta'uu isaa ibsuu, waan sababaa rizqii isaaniif laaffisee isaan razzaqee ka'ee sana immoo sababaa ittiin badiin isaanii isaaniif haqamtu taasiseef jecha.
Wontoonni gabrootaaf ta'an hunduu Rabii ol ta'e irraayi, malaa fi humna isaaniitiinii miti, gabrichi sababaa geessisuutti ajajame.
Sunana Tarmizii (5/ 452) (3458).
Sunana Abbaa Daawuud (6/ 138) (4023).
Sunana Ibnu Maajaa (4/ 417) (3285).
Musnada Ahmad (24/ 394) (15632).
Dabalata (6)
نزهة المتقين شرح رياض الصالحين.
مجموعة من الباحثين (1/ 602).
بهجة الناظرين شرح رياض الصالحين.
للهلالي (2/ 54).
تاج العروس من جواهر القاموس.
للزبيدي (28/ 366).
Cited in books
4 BooksDabalata (4)
- الذكر والدعاء والعلاج بالرقي من الكتاب والسنة"من أكل طعاماً فقال: الحمد لله الذي أطعمني هذا، ورزقنيه من غير حول مني ولا قوةٍ، غفِرَ له ما تقدم من ذنبه" .
- تحفة الأخيار تحفة الأخيار (ببيان جملة نافعة مما ورد في الكتاب والسنة من الأدعية والأذكار)«مَنْ أَكَلَ طَعَامًا فَقَالَ: الحَمْدُ لِلَّهِ الَّذِي أَطْعَمَنِي هَذَا وَرَزَقَنِيهِ مِنْ غَيْرِ حَوْلٍ مِنِّي وَلَا قُوَّةٍ، غُفِرَ لَهُ مَا تَقَدَّمَ مِنْ ذَنْبِهِ» [80]
- رسالة في الأذكار1«مَنْ أَكَلَ طَعَامًا فَقَالَ: الحَمْدُ للهِ الَّذِي أَطْعَمَنِي هَذَا وَرَزَقَنِيهِ مِنْ غَيْرِ حَوْلٍ مِنِّي وَلَا قُوَّةٍ غُفِرَ لَهُ مَا تَقَدَّمَ لَهُ مِنْ ذَنْبِهِ».
- رياض الصالحينرياض الصالحين مع فوائد وهدايات - 4«مَنْ أَكَلَ طَعَاماً فَقَالَ: الحَمْدُ لله الَّذِي أَطْعَمَنِي هذا الطَّعَامَ، وَرَزَقَنِيهِ مِنْ غَيْرِ حَوْلٍ مِنِّي وَلا قُوَّةٍ، غُفِرَ لَهُ مَا تَقَدَّمَ مِنْ ذَنْبِهِ».