Skip to content

“Fuynaan biyyetti haa maxxanu, eegasii Fuynaan biyyetti haa maxxanu, eegasii Fuynaan biyyetti haa maxxanu, akkas jedhame: Eenyu? Yaa Ergamaa Rabbii! akkana jedhan: «Nama abbaa fi haadha isaa tokko ykn lamaan isaanii bakka dulluma isaanitti dhaqqabee, sababaa saniin jannata hin seenini».

Abuu Hureyraa irraa odeeffamee -Rabbiin irraa haa jaallatu- Nabiyyiin -nagaa fi rahmatni irra haa jiraatu- akkas jedhan:

“Fuynaan biyyetti haa maxxanu, eegasii Fuynaan biyyetti haa maxxanu, eegasii Fuynaan biyyetti haa maxxanu, akkas jedhame: Eenyu? Yaa Ergamaa Rabbii! akkana jedhan: «Nama abbaa fi haadha isaa tokko ykn lamaan isaanii bakka dulluma isaanitti dhaqqabee, sababaa saniin jannata hin seenini».

«رَغِمَ أَنْفُ، ثُمَّ رَغِمَ أَنْفُ، ثُمَّ رَغِمَ أَنْفُ»، قِيلَ: مَنْ؟ يَا رَسُولَ اللهِ قَالَ: «مَنْ أَدْرَكَ أَبَوَيْهِ عِنْدَ الْكِبَرِ، أَحَدَهُمَا أَوْ كِلَيْهِمَا فَلَمْ يَدْخُلِ الْجَنَّةَ».

Muslimtu gabaase
Sahiiha
Ibsa

Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- abaarsa salphinaa fi xiqqeenyaa taasisan, hanga akka waan funyaan isaa biyyee keessa kaa’e ta'utti -yeroo sadii irra deebi’anii abaaran- ni gaafataman: Yaa Ergamaa Rabbii inni isin irratti kadhattan kun eenyu? nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkas jechuun deebii kennan: Nama abbaa fi haadha isaa - tokkoo isaanii ykn isaan lachuu- bakka dulluma isaanitti dhaqqabatee - jannata seenuuf sababaa isaaf hin ta'aniidha, sunis sababaa inni isaanitti tola ooluu dhabee isaanitti mataa jajjabaachuutiini.

bu'aa Ḥadiiśichaa irraa

Abbaa fi haadha ofitti tola ooluun dirqama ta'uu fi inni sababoota itti Jannata seenan keessaa tokko ta'uudha, keessumattuu yeroo isaan dulloomanii fi dadhaban keessatti.

Abbaa fi haadhaaf ajajamuu diduun diliiwwan gurguddoo irraa akka ta'eedha.

Wabiiwwan ykn bu'urawwan

Sahiiha Muslim (4/ 1978) (2551).

(16/ 108).

Dabalata (7)

بهجة الناظرين.

لسليم الهلالي (1/ 394).

نزهة المتقين.

لمجموعة من الباحثين (1/ 308).

فيض القدير شرح الجامع الصغير.

زين الدين المناوي (4/ 34).

شرح النووي على مسلم.